+
Historty Archives - Green Card Voices
w

Yuunitii 1ffa: Afaanii fii Eenyummaa – Hiddaa Oromoo

Yeroo Murtaa’e 

  • Kutaa barnootaa lama kessatti

Meeshaalee Barnootaa

  • Green Card Youth Voices: Immigration Stories from a Minneapolis High School – Ikrem Nuru’s Viidiyo Ikrem Nuru
  • Dabalee: Hojii Barattootaf
  • Suuraa Oromoo (as ilaalii)

Walitti Dhufeenya “7 Cs of Ethnic Studies” Wajjin

  • Cultivate: Waa’ee seena Oromo, ummata Oromo fii Afaan Oromo barachuu carra ijooleef eenyumaa isaani barachuu ni danda’ama.
  • Center: Muxannoo dargaggoota Oromo biyya haaraa kessa galuu akka godaantotaatti

Qajeelfamoota

Guyyaa 1ffa

Ignite (Kakaasuu)

Waa’e ummata Oromoo fii Afaan Oromoo maal beeka turtan? Waan tokko barressii. “Ammatti an hin beeku” barressii yoo ammatti hin beekne. Barattoonni walitti haa’saaudhan KWL chartii haa guutan, gaafi kana deebisuudhan:

  • Waa’e ummata Oromoo fii Afaan Oromoo maal beekaa turtan?

Chunk 1 (Qindeessuu 1)

  • Barreeffama “Oromo People, Culture, and Language” barattoota waliin irra deemi, seenaa Oromo, aada Oromo fii Afaan Oromo galuu isaanif. 
  • “Tarsiimoo dubbisaa 3-2-1” (Dabalee 3 ilaali) itti fayyadami. Barattoonnii dhugaawwan sadii, walitti dhufeenya lama, fii gaafii tokkoo adda baasu.

Chunk 2 (Qindeessuu 2)

Gaafii Xumuraa

  • Har’a waa’e ummata Oromo yookan afaan Oromo waan baratte tokko barreesii.
    • “Waanan baradhe tokko ___.”

Guyyaa 2ffa

Gaafii Jalqabaa: Waan eenyumaa keeti irra tokkoo maaltu barbaachisoo ta’e? Afaan kee, maatii kee, aada kee, fii bakka dhaloota kee ta’u danda’a. As jala barresii yookan suura kaasi.

Chew (Xiinxaluu)

  • Vidiyoo laalu booda, have students jigsaw together the timeline of events in chronological order from Ikrem Nuru’s story (see attachment/appendix 4).
  • Barattoonnii gaafii adda adda deebisuun paazilii eenyumaa isanii haa qopheessan. (Dabalee 5ffa ilaali)
  • Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota
  • Taatee 2: Jijiirama gurguddaa
  • Taatee 3: Qormaata fi guddina
  • Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u
  • Taatee 5: Abdii Fuulduraf

Irra Deebi’u

  • Barattoonnii paazilii eenyummaa isaanii barata waliin haa qoodan. Achi booda, gaafii kana itti gaafadhu: Waan haaraa wa’ee hiriyaa kutaa keeti maal baratte?
  • Barattoonnii “Waanan Baradhe” KWL Chartii irra haa guutan

Deeggarsa Afaanii

  • Mul’ata kennu (islaayidoota fii meeshaalee barnootaa ilaali).
  • Meeshaalee yaada qindeessan kennuu
  • Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
  • Halluu waliin, barrefamaa irra deemu for 3-2-1 close reading strategy.

Jechootaa fi Hiika Isaanii

  • Boorana (Buh-RAH-nuh): Gareewwan Oromoo keessaa isa guddaa tokkoo.
  • Barentu (Bah-REHN-too): Garee ummata Oromoo
  • Cushitic (Kuh-SHIT-ik): Garee afaanotaa fi uummattoota Gaanfa Afrikaa.
  • Afaan: Afaan
  • Afaan oromo (AH-faan oh-ROH-moh): Afaan Oromoo

Tarree Maddalee Barnootaa