+
Identity Archives - Page 2 of 2 - Green Card Voices
w

Yuunitii 1ffa: Afaanii fii eenyuumma – Hiddaa Oromoo

Yeroo Murtaa’e 

  • Kutaa barnootaa lama kessatti

 

Meeshaalee Barnootaa

  • Green Card Youth Voices: Immigration Stories from a Minneapolis High School – Ikrem Nuru Viidiyoo
  • Dabalee: Hojjii Barattootaf
  • Suuraa Oromoo (as ilaalii)

 

Connections to the 7 Cs of Ethnic Studies

  • Cultivate: Seenaa, uummata, fi Afaan Oromoo barachuun eenyummaa fi fayyina cimsuu.
  • Center: Dargaggoota Oromoo fi muuxannoo isaanii akka godaantoota haaraa irratti xiyyeeffachuu.

Qajeelfamoota:

 

Ignite (Kakaasuu)

  • Barattoonni walitti haa’saaudhan KWL chartii haa guutan, gaafi kana deebisuudhan: 
  •       Waa’ee ummata Oromoo fii Afaan Oromoo maal beekaa turtan?

 

Chunk 1 (Qindeessuu 1)

  • Barreeffama “Ummataa Oromoo, Aadaa Oromoo fii Afaan Oromoo” (Dabalee 2 ilaali) barattoota waliin irra deemi, seenaa Oromoo, aada Oromoo fii Afaan Oromoo galuu isaanif. 
  • Tarsiimoo Dubbisaa 5-4-3-2-1 itti fayyadami (Dabalee 3 ilaali), hojii kun barattootaf jechoota barbaachisoo shan hiika isaanii wajjin, dhugaawwan afur, jechoota haaraa sadii, walitti dhufeenya lama, fi gaaffii tokko argachuu.

 

Chunk 2 (Qindeessuu 2)

  • Barattoonni vidiyoo kana ni laalan: Viidiyoo Ikrem Nuru.
  • Barattoonni viidiyoo laaluu booda, taateewwan viidiyoo keessatti argan fii dhaga’an yeroo isaani qindeessanii tartiibaatiin haa barressan.. Kaardii taateewwanii wal makamee barattootaaf kennuu ni danda’ama. 

 

Chew (Xiinxaluu)

  • Barattoonnii garee 2ffa yookan 4ffa keessatti, gaafii armaan gaditti haa deebisan:
    • Ikrem magaala ___ dhalatte, biyya _____ keessatti
    • Isiin USAtti bara ____ dhufte
    • Galma isii ____ ta’uf
  • Kana booda, baratoonnii gaafii hubannoof wa’ee seenaa Ikrem Nuru haa guutan.(see attachment/appendix 4).

 

Irra Deebi’u

  • Baratonnii gaafii armaan gaditti wal haa gaafatan:
    • Afaan meeqa haasofta?
    • Afaanoonni sun maali
    • Afaanoonni sun eenyumaa keetif akkamitti dhiibbaa qaban?
  • Barattoonnii taateewwaan eenyumaa jireenya isaani barata waliin haa qoodan. (see attachment/appendix 5). 
  • Yeroo wal qooduun hogga fixee booda, barattoonnii gaafii armaan gaditti haa deebisan:
    • Waan haaraa wa’ee hiriyaa kutaa kee maal baratte? 
    • Isaan wajjin walitti dhufeenya akkamitti uumuu dandeesse?
    • Gaafii tokkoo isaanif maal qabda?
  • Dhumurratti, barattoonnii kutaa “Waanan baradhe” KWL chartii irra haa guutan

Deeggarsa Afaanii

  • Mul’ata kennu (see slides/attachments).
  • Meeshaalee yaada qindeessan kennuu
  • Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
  • Halluu waliin, barrefamaa irra deemu for 5-4-3-2-1 close reading strategy.

 

Jechootaa fi Hiika Isaanii

  • Boorana (Buh-RAH-nuh): Gareewwan Oromoo keessaa isa guddaa tokko.
  • Barentu (Bah-REHN-too): Garee ummata Oromoo
  • Cushitic (Kuh-SHIT-ik): Garee afaanotaa fi uummattoota Gaanfa Afrikaa.
  • Afaan: Afaan
  • Afaan oromo (AH-faan oh-ROH-moh): Afaan Oromoo

Tarree Maddalee Barnootaa 

  • Kitaaba-Alamayyoo Haile, 2007
  • The Oromo and the Christian Kingdom of Ethiopia, 1300–1700 by Mohammed Hassen

Dabalee 1: Chartii KWL

 

Waa’ee ummata Oromo fii Afaan Oromo maal beekta?

 

Waanan Beeku Waanan Yaadu Waanan Baradhe

   

Dabalee 2: Ummataa Oromoo, Aadaa Oromoo fii Afaan Oromoo (Hojii Barattootaf)

 

Ummata Oromoon eenyu?

Ummata Oromoon ummata gudda, Itoophiyaa irra fii gaanfa Afrikaa irra. Nama nannoo miliyooni shantama jiran, Itoophiyaa keessatti isaanii garee hunda irra guddadha, Afrikaa keessattilee sadarkaa sadaffaa irrati argama, ummata Hawusaa fii Fuula hordofuun. Irra caalaan, isaanii Afrikaa baha keessa jiraatani, garuu hawaasni Oromoo addunyaa kana irra biyya gosa gosa jiran, biyya Awurooppaa, Eshiyaa fii Ameerikaa Kaabaattilee. 

Ummata Oromoon naamota afaan Kushii haasa’an irra dhufan. Yeroo dheeraa irra, ummata Oromoon Sirna Gadaa ijaaran, Sirna Gadaa kun ummata Oromoo ni bulchisa akkasumas ni qindeessa. Sirna Gadaa kun waan adda ta’eef, UNESCO’n akka qabeenya Addunyaa ta’e eegumsaa jiran.

Hiddaa Maatii

Aadaa Oromoon akkuma jedheeti, ummata Oromoon ilma Borana fii ilma Barentuudha.

  • Booranaa ilma kudha lama qaba ture, akka gareewwaan Wollagga, Sidamo fii Guji irra.
  • Bareentuun ilma shan qaba ture, kan abbootii gareewwaan akka Arsii, Ituu fii Karrayyuuf ta’ame.

 

Afaan Oromoo

Afaan Oromoon seenaa Afrikaaf barbaachisa ni ta’a. Waggoota dhibba dhibbaadhaf, ummata Oromoon afaan Oromoo ha’saaudhan sirboota, seera fii aadaa dabarsaa turan.

 

Barreessuu fii Qubee Afaan Oromoo

Afaan Oromoon Akaataatii barrefamu ture yeroo wajjin jijiirama ture.

  • 1800s: Afaan Oromoon Afaan Arabaatin barreefama ture
  • 1991 irra hanga yeroo ammatti: Afaan Oromoon Qubee laatin fayyadamu eegalee (akkuma Afaan Ingiliizii)

Afaan Oromoon Qubee sodomii sadii qaba. Dubbachiiftuu gabaaboo shanii akkuma Afaan Ingiliizii ni qaba (A, E, I, O, U). Akkasumas Qube dachaa (Ch, Dh, Ph, Ny, Sh, fii Ts) sagalee addaf ni qaba.

 

Barnootaa fii Miidiyaa keessa

Yeroo amma, Afaan Oromoon afaan ogummadha kan bakka adda addattin jireenya kessati fayyadamu ni argama.

  • Mana barumsaa kessaa: Afaan Oromoon afaan barnoota mana barumsaa daa’immanii irra hanga sadarkaa yuuniversitiitti fayyadamu ni argama. Barattoonnii PhDilee Afaan Oromootin argachuu ni danda’an.
  • Oduu kessaa: Erga bara 1991 irra, buufataalee televijiini fii raadiyoo afaan Oromootiin tamsaasa turan. Buufata mootummaa akkuma OBN fii ETV, akkasumas oduu addunyaa akkuma BBC fii VOA.
  • Teknooloojii keessaa: Afaan Oromoon yeroo dijitaalaa kessaa seenee jira. Amma Afaan Oromoon Hiikkaa Guugilii irratti fayyadamuu dandeessa. Akkasumas kiiboordii fii sooftiweerota bilbila harkaa Afaan Oromoof ni jira.

 

Maalif Barbaachisoo Ta’e

Afaan dhaloota mana barumsaa kessatti fayyadamuun barattoota akka gaariitti baratan ni gargaara, akkasumas eenyummaa isaani wajjin akka walitti hidhatan taasisa. Namoonnii biyya haaraatti godaananif, akka Ikrem Nuru, afaan isaani eenyummaa isaani wajjin wal qabsiisa. Afaani jechoota qofa miti; miira, seenaa fi aadaa ibsuuf gargaara.

 

 

Dabalee 3: Tarsiimoo Dubbisaa 5-4-3-2-1 (Hojii Barattootaf)

 

Dabalee 2 dubbisu booda, barattoonni tarsiimoo dubbisaa kana guutan: jecha barbaachisoo shan hiika isaani wajjin, dhugaawwan afur, jecha haaraa sadii, walitti dhufeenya lama fii gaafii tokko.

 

   
Jechoota Barbaachisoo Shan Fii Hiikaa Isaanii 1)
2)
3)
4)
5)
Dhugaawwan afuur 1)
2)
3)
4)
Jechoota haaraa sadii 1)
2)
3)

Walitti dhufeenya lama 1)
2)
Gaafii tokkoo 1)

Dabalee 4ffa: Gaafii hubannoof seenaa Ikrem Nuru irra (Waraqaa Barattootaf)

Viidiyo ilaaluu booda, barattoonnii taateewwan seenaa Ikrem Nuru irra tartiitaatin haa guutan. 

 

1. Jireenya Ikrem Nuru Asasa, Itophiiyaa kessatti ibsi

 

2. Ikrem abbaa isii irra oduu guddaa maal dhageesse? Haadha fii obboleettii issi dhiistee deemuun Ikrem irratti akkamitti dhiibbaa isiitti geessisee yaaddan?

 

3. Imala Ikrem gara Ameerikaatti ibsi. Yeroo Ameerikaa dhufu isii maal mudate? Afaan haaraa (Ingiliffaa) barachuun Ikremiif jabaa ture? Maaliif? Ikrem yeroo Ameerikaatti dhufte akkamitti miiraa keessaa of ta’uu fii eenyummaa argatte?

 

4. Galma Ikrem fuulduraaf qabdu ibsi. Maaliif baayoloojii barachuu barbaddi? Kun akkamitti warra isiitif deebii gaarii kennuu ta’a jettee yaaddan?

 

Dabalee 5ffa: Taatee Eenyumma Jireenya (Hojii Barattootaf)

Taateewwan jireenya shan, kaa eenyumaa kee ijaare yaadaa.

Fakkenyaaf, 

  • Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota
    • Bakka fii gizee dhalatte
  • Taatee 2: Jijiirama gurguddaa
    • Yeroo mana barumsa haaraa jalqabde, yeroo afaan haaraa haasofte, yeroo jalqabaaf waan haara yaalte
  • Taatee 3: Qormaataa fi guddina
    • Yeroo eenyuma keeti irra boonte, yeero rakkina keessalee
  • Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u
    • Yeroo nama ka seenaa kee fi wa’ee keeti hubatee
  • Taatee 5: Abdii Fuulduraf
    • Galma kaa fuulduratti itti ga’u barbadduu

 

Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota

 

[Taatee kana ibsaa; himoota guutuu afur hanga jahaatti barreessaa.]

 

Taatee 2: Jijiirama gurguddaa

 

[Taatee kana ibsaa; himoota guutuu afur hanga jahaatti barreessaa.]

 

Taatee 3: Qormaataa fi guddina

 

[Taatee kana ibsaa; himoota guutuu afur hanga jahaatti barreessaa.]

 

Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u

 

[Taatee kana ibsaa; himoota guutuu afur hanga jahaatti barreessaa.]

 

Taatee 5: Abdii Fuulduraaf

 

[Taatee kana ibsaa; himoota guutuu afur hanga jahaatti barreessaa.]
Roots of Oromo

Yuunitii 1ffa: Afaanii fii eenyuuma: Hiddaa Oromoo

Yeroo Murtaa’e 

  • Kutaa barnootaa lama kessatti

 

Meeshaalee Barnootaa

  • Green Card Youth Voices: Immigration Stories from a Minneapolis High School – Ikrem Nuru’s Viidiyo Ikrem Nuru
  • Dabalee: Hojii Barattootaf
  • Suuraa Oromoo (as ilaalii)

Connections to the 7 Cs of Ethnic Studies

  • Cultivate: Waa’ee seena Oromo, ummata Oromo fii Afaan Oromo barachuu carra ijooleef eenyumaa isaani barachuu ni danda’ama.
  • Center: Muxannoo dargaggoota Oromo biyya haaraa kessa galuu akka godaantotaatti

Guyyaa 1ffa Gaafii Jalqabaa:

  • Waa’e ummata Oromoo fii Afaan Oromoo maal beeka turtan? Waan tokko barressii. “Ammatti an hin beeku” barressii yoo ammatti hin beekne.

Ignite (Kakaasuu)

  • Barattoonni walitti haa’saaudhan KWL chartii haa guutan, gaafi kana deebisuudhan:
    • Waa’e ummata Oromoo fii Afaan Oromoo maal beekaa turtan?

Chunk 1 (Qindeessuu 1)

  • Barreeffama “Oromo People, Culture, and Language” barattoota waliin irra deemi, seenaa Oromo, aada Oromo fii Afaan Oromo galuu isaanif. 
  • “Tarsiimoo dubbisaa 3-2-1” (Dabalee 3 ilaali) itti fayyadami. Barattoonnii dhugaawwan sadii, walitti dhufeenya lama, fii gaafii tokkoo adda baasu.

Chunk 2 (Qindeessuu 2)

Gaafii Xumuraa

  1. Har’a waa’e ummata Oromo yookan afaan Oromo waan baratte tokko barreesii. 

“Waanan baradhe tokko ___.”

Guyyaa 2ffa Gaafii Jalqabaa:

  • Waan eenyumaa keeti irra tokkoo maaltu barbaachisoo ta’e? Afaan kee, maatii kee, aada kee, fii bakka dhaloota kee ta’u danda’a. As jala barresii yookan suura kaasi.

Chew (Xiinxaluu)

  • Vidiyoo laalu booda, have students jigsaw together the timeline of events in chronological order from Ikrem Nuru’s story (see attachment/appendix 4).
  • Barattoonnii gaafii adda adda deebisuun paazilii eenyumaa isanii haa qopheessan. (Dabalee 5ffa ilaali)
  • Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota
  • Taatee 2: Jijiirama gurguddaa
  • Taatee 3: Qormaata fi guddina
  • Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u
  • Taatee 5: Abdii Fuulduraf

Irra Deebi’u

  • Barattoonnii paazilii eenyummaa isaanii barata waliin haa qoodan. Achi booda, gaafii kana itti gaafadhu: Waan haaraa wa’ee hiriyaa kutaa keeti maal baratte?
  • Barattoonnii “Waanan Baradhe” KWL Chartii irra haa guutan

Deeggarsa Afaanii

  • Mul’ata kennu (see slides/attachments).
  • Meeshaalee yaada qindeessan kennuu
  • Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
  • Halluu waliin, barrefamaa irra deemu for 3-2-1 close reading strategy.

Jechootaa fi Hiika Isaanii

  • Boorana (Buh-RAH-nuh): Gareewwan Oromoo keessaa isa guddaa tokkoo.
  • Barentu (Bah-REHN-too): Garee ummata Oromoo
  • Cushitic (Kuh-SHIT-ik): Garee afaanotaa fi uummattoota Gaanfa Afrikaa.
  • Afaan: Afaan
  • Afaan oromo (AH-faan oh-ROH-moh): Afaan Oromoo

Tarree Maddalee Barnootaa 

Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view

Dabalee 1ffa: Chartii KWL

Waa’ee ummata Oromo fii Afaan Oromo maal beekta?

 

Waanan Beeku

Waanan Yaadu

Waanan Baradhe

   

Dabalee 2ffa: Ummataa Oromoo, Aadaa Oromoo fii Afaan Oromoo (Barreefamaa Barattootaf)

 

Ummata Oromoon eenyu?

Ummata Oromoon ummata gudda, Itoophiyaa irra fii gaanfa Afrikaa irra. Nama nannoo miliyooni shantama jiran, Itoophiyaa keessatti isaanii garee hunda irra guddadha, Afrikaa keessattilee sadarkaa sadaffaa irrati argama. Irra caalaan, isaanii Afrikaa baha keessa jiraatani, garuu hawaasni Oromoo addunyaa kana irra biyya gosa gosa jiran, biyya Awurooppaa, Eshiyaa fii Ameerikaa Kaabaatilee. 

 

Seenaa fii Hidda Dhalootaa

  • Hidda Dhalootaa: Adaan akka jedhe, Oromoon Barentu fi Borana irra dhufan
  • Mootummaa (Gadaa): Yeroo dheeraa irra, ummata Oromoon sirna Gadaa ijaaramani, Sirna Gadaa kana waan adda ta’eef, UNESCO akka qabeenya Addunyaa ta’e eegumsaa jiran.

 

Afaan (Afaan Oromoo)

  • Barresuu: Yeroo amma, Afaan Oromoo qubee laatiin ni fayyadama (akkuma qubee afaan Ingliifati). Qubee soddomii sadii qaba.
  • Oduu fi Mana Barumsaa: Barattonnii afaan Oromoo hanga PhD itti barachuu ni danda’an. Afaan Oromoo buufata oduu beekama irra akka BBC irrati dhagaa’u danda’ama. 
  • Teeknooloojii: Hiikkaa Guugilii irra Afaan Oromoo ni jira. Bilbila kessa fayyadamu ni danda’ama.

 

Isaanii maalif barbaachisaa ta’an

Ummata Oromoon seeraa fi seenaa isaanii kara dubbittin qoodu yeroo dheeraf turanii. Afaan Oromoo yeroo hundatti fayyadamu aadaa fii miira isaanif barbaachiisaadha, addunyaa kanarra bakka fedhe jiraatanis. 

 

 

Dabalee 3ffa: Tarsiimoo Dubbisaa 3-2-1 (Hojjii Barattootaf)

Dabalee 2ffa dubbisu booda, barattoonni tarsiimoo dubbisaa kana guutan: Dhugaawwan sadii, walitti dhufeenya lama fii gaafii tokko.

 

   

Dhugaawwan 3

  1.  
  2.  
  3.                                   

Walitti dhufeenya 2

  1.  
  2.  

 

Gaafii 1

  1.  

Dabalee 4ffa: Paazilii Ikrem Nuru (Hojjii Barattootaf)

Viidiyo ilaaluu booda, barattoonnii taateewwan seenaa Ikrem Nuru irra tartiitaatin haa guutan.

Jireenya Asasa, Itophiiyaa kessatti

 

Ikrem mana xiqqo Itophiiyaa kessaatti guddatte haadha isii fii obboleyyan torba waliin. Umrii isii hogga wagga afuur ture, abba isii gara Keenyaatti deeme, achi irra Amerikaatti deeme hojji arkaachu jechaaf fii mana gudda bitachuuf.

 

Oduu Guddaa

 

Waggoota hedduu booda, abba Ikrem obbolaa isii Amerikaatti fidee. San xiqqo booda, wagga 2011 keessatti, inni Itophiiyaatti deebi’e, Ikrem fii obboletti isii viisa wajjin isaani ajaa’ibsiisee, garuu haadha fi obboletti isaani dhiisuu ni gaddan. 

 

Imala Amerikaatti

 

Wagga 2012 keessatti, Ikrem fi obbolettii isii Amerikaatti deemani. In 2012, Ikrem and her sister traveled to the United States. Balalli jalqaba isaani isaani bira dabare, maatii isaani hammachu turan, garuu guyya itti aane, balalli arkatan.

 

Addunyaa haara itti ga’u

 

Ikrem hogga Washington DC kessaa dhuftee, waan haaraa, akka kompiitara ka akka nama haasa’u dandaa’u isii ajaa’ibsiifatte. Isiin abba fi obbola isii hogga arkite, isaani baa’yee guddatan, saniif isiin isaani hin beekne jechuu ni danda’ama.

 

Galmoota gara fuulduraa

 

Har’a, Ikremii mana barumsaa keessatti, sadarkaa kudha lama kessaa jirti, baayoloojii barachuudhan. Abdii isii kollejjii itti deemu, narsii ta’uf fii hospitaala kessa hojjechuf. Isiin warri isiitif, waan hunda godhaniif galateefachu barbaddi.

Dabalee 5ffa: Paazilii Eenyummaa Barataaf (Hojjii Baratootaf)

 

Taateewwan jireenya saadii, kaa eenyumaa kee ijaare yaadaa.

Fakkenyaaf, 

  • Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota
    • Bakka fii gizee dhalatte
  • Taatee 2: Jijiirama gurguddaa
    • Yeroo mana barumsa haaraa jalqabde, yeroo afaan haaraa haasofte, yeroo jalqabaaf waan haara yaalte
  • Taatee 3: Qormaataa fi guddina
    • Yeroo eenyuma keeti irra boonte, yeero rakkina keessalee
  • Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u
    • Yeroo nama ka seenaa kee fi wa’ee keeti hubatee
  • Taatee 5: Abdii Fuulduraf
    • Galma kaa fuulduratti itti ga’u barbadduu

 

Taatee 1: Dhaala fii hidda dhaloota

 

[Taatee as kessa ibsaa, hima sadii guutu wajjin]

[Suuraa taateef as kaasaa]

 

Taatee 2: Jijiirama gurguddaa

 

[Taatee as kessa ibsaa, hima sadii guutu wajjin]

[Suuraa taateef as kaasaa]

 

Taatee 3: Qormaataa fi guddina

 

[Taatee as kessa ibsaa, hima sadii guutu wajjin]

[Suuraa taateef as kaasaa]

 

Taatee 4: Hawaasa fi Ofi ta’u

 

[Taatee as kessa ibsaa, hima sadii guutu wajjin]

[Suuraa taateef as kaasaa]

 

Taatee 5: Abdii Fuulduraaf

 

[Taatee as kessa ibsaa, hima sadii guutu wajjin]

[Suuraa taateef as kaasaa]

 

Identity through stories

Unidad 1 Identidad y lenguaje: La identidad a través de los cuentos

Periodo de tiempo

  • 1-2 períodos de clase

 

Materiales

  •     Green Card Youth Voices: Historias de inmigración de una escuela secundaria de Minneapolis– Alexandra Irrazábal historia y video
  •     Diapositivas

 

Conexiones con las siete C’s de los Estudios étnicos

  • Cultivar: aprender cómo la historia mexicana y latina, la gente y el idioma brindan oportunidades para la afirmación de la identidad y para poder sanar.
  • Celebrar: utilizando contrahistorias mexicanas y latinas y narrativas comunitarias a través de la narración de cuentos.

 

Día 1 – Encender: Introducción/Calentamiento

 

Bienvenida, agenda, anuncios, objetivo de aprendizaje (diapositiva 1)

  a. Pregunta de calentamiento: ¿Cuándo fue la última vez que te contaron un cuento? ¿De qué se trataba el cuento?

     i.  ¡Escribe en un cuaderno! (2-3 minutos)

     ii. Habla con un compañero de clase y comparte su experiencia (2-4 minutos).

     iii. Compártelo con la clase; elige a unos estudiantes para compartir (2-3 minutos).

 

Fragmentar: Entendiendo las historias

 

  b. Las historias como una manera de autoconocimiento y del mundo que nos rodea (diapositiva 2)

     i.         “Conocer el pasado es conocer el presente. Conocer el presente es conocerse a uno mismo.” —Jason Reynolds + Ibram X. Kendi (Sellado)

     ii.        Aviso/descargo de responsabilidad sobre salud mental: La lección de hoy trata del tema de migración, dificultades, identidad y experiencias de comunidades no dominantes. Algunos estudiantes pueden identificarse con estas experiencias de maneras distintas. Por favor, cuídense y participen de la manera en que se sientan más cómodos.

 

  c. Vocabulario + ejemplos de cuentos (diapositiva 3)

     i. Vocabulario: Cuentos

  1. ¿Cuál es su definición de un cuento? ¡Escríbela! (2 minutos para pensar y escribir).
  2. Definición: relato de acontecimientos pasados en la vida de alguien o en la evolución de algo.

          a. ¿Coincide tu definición con la que está en la pizarra?
               Pide a algunos alumnos que compartan su opinión.

  1. Vamos a crear una definición juntos. (Busquen puntos comunes entre las definiciones para llegar a una definición como grupo; úsela para sus apuntes, si los toman).

     ii. Vocabulario: Narración oral (diapositiva 4, el mismo encabezado que “b”)

  1. Recopilación y estudio de información histórica mediante grabaciones de audio de entrevistas con personas que tienen conocimiento personal de los eventos del pasado.

          a. ¿Qué crees que hace esto diferente de los cuentos por escrito? (Pide a los  alumnos que compartan con un compañero, luego recorre el aula pidiendo a los grupos que compartan contigo). Regresa al frente de la clase y comparte lo que escuchaste y cualquier comentario adicional. También es un buen momento para compartir algo que haya dicho un alumno más tímido o callado y felicitarlo.

 

  d. Manteniendo vivas las historias y el lenguaje: Dichos (fuente 1, fuente 2, fuente 3) y corridos (slide 5)

     i. Se han utilizado los dichos por siglos en las comunidades mexicanas y latinas. 

  1. Proporcionan una forma de expresión o consejos para todo tipo de situaciones.
  2. Ejemplo: “El que se lo guarda para el rato, se lo come el gato.” → se traduce como: “Si lo guardas para más tarde, no hay garantía de que esté allí.
  3. Pida que los alumnos digan en voz alta “dichos” que usan en sus familias (que no aparecen en la diapositiva).

          a. Si el tiempo lo permite, investiguen algunos dichos o refranes comunes y colócalos en el aula. Los estudiantes pueden hacer un recorrido por la galería, anotando algunos dichos o refranes que sus familias podrían usar. Creen una gráfica en un organizador gráfico o modelar dibujar uno para que los estudiantes incluyan un dicho que hayan escuchado, uno que no hayan visto y uno que les haya parecido interesante.

     ii. Diapositiva 5: evidencia de estudio (fuente 1) (Pedir al alumno que lea en voz alta)

  1. El intercambio de historias y cuentos, dichos y consejos es una experiencia común entre las familias mexicanas y también en las familias mexicanas que inmigraron a los Estados Unidos. Además de ser una oportunidad para disfrutar y entretenerse, la narración de historias familiares y cuentos folclóricos fortalece los lazos familiares, comparte valores culturales y contribuye a la construcción de la identidad. El intercambio de relatos, en particular los de la pobreza y la lucha, se asocia con la resiliencia y el empoderamiento, y sirve de apoyo a los padres en sus interacciones con la escuela y para abogar por los derechos de sus hijos (Delgado-Gaitan, 2005)

     iii.   Diapositiva 6: Definición de corridos

  1. Una balada al estilo tradicional mexicano, cuyas letras suelen narrar un evento histórico.
       a. Pregunte a los estudiantes: ¿Se les ocurre alguna canción que tenga significado para ustedes o que resuene con cómo se sienten o piensan?
         i. Pida a los estudiantes que compartan sus ideas.
  2. Diapositiva 7: Los corridos se han utilizado desde la Revolución Mexicana y han adquirido popularidad de nuevo durante la colonización de lo que es ahora la frontera entre México y Estados Unidos (fuente 1) y de territorios adicionales del sur de Estados Unidos.

     

  3. Los corridos eran en su mayoría un género dominado por hombres, pero las mujeres han creado subgéneros propios, como los corridos coquetos.
         a.
    Para profundizar más o dedicarle más tiempo: escucha la música de Belinda en “300 Noches” o “Cactus”, o incluso “X Ti” de Eydrey (ambas cantantes hablan sobre las perspectivas de las mujeres en las relaciones personales, el género y los temas feministas).

     iv. Diapositiva 8: Corridos populares de antes y de ahora

  1. La leyenda y la vida de Gregorio Cortés, quien luchó valientemente contra los Texas Rangers estadounidenses por la independencia de México y del pueblo mexicano. (Fuente para escuchar)
  1. Slide 9: “La Jaula de Oro” by Los Tigres del Norte (Fuente al video)
    a. Explica que el sueño “americano” no es lo que parece, y que uno termina sintiéndose cada vez más aislado de su cultura y su gente mientras vive en Estados Unidos.

 

e. Revisión: “Conocer el pasado es conocer el presente. Conocer el presente es conocerse a uno mismo.” (diapositiva 10)

     i. Los países de Latinoamérica y personas de todas las identidades, orígenes y perspectivas han estado contando sus historias durante siglos por medio de los dichos, consejos, corridos y más.
     ii. A veces, estas historias nos muestran dificultades, pero también pueden mostrarnos resiliencia.
     iii. Como dice un dicho: “No hay mal que por bien no venga” → “Algo bueno puede resultar de las cosas malas/duras/difíciles.”  
     iv. Para finalizar: ¿Qué fue lo que más le impactó hoy? (Puede hacer una actividad de cierre, compartir en pareja o una discusión grupal).

 

Día 2 – Reflexiones: ¿Cómo pueden las historias enseñarnos sobre nosotros mismos y el mundo que nos rodea? (diapositiva 11)

  f. Revisar los conceptos de ayer: “Conocer el pasado es conocer el presente. Conocer el presente es conocerse a uno mismo”.

     i. Los países de Latinoamérica y las personas de todas las identidades, orígenes y perspectivas han estado contando sus historias durante los siglos por medio de dichos, consejos, corridos y más.
     ii. A veces, estas historias nos muestran dificultades, pero también pueden mostrarnos resiliencia.
     iii. Como dice un dicho: “No hay mal que por bien no venga” → “Good can always come out of bad/hard/difficult things.”
     iv. Calentamiento: ¿Qué historias compartiste con tu familia o amigos entre ayer y hoy?

 
  g. Tiempo de trabajo en clase: instrucciones para los estudiantes > “Hoy aprenderán un cuento de una niña y la perspectiva y las historias que ella carga.”

     i. Lee a solas y anota la historia de Alexandra Irrazabal en GCV.

     ii. Rodea con un círculo las palabras que no conozcas.

     iii. Subraya las frases que dicen quién es Alexandra: qué le gusta y sus cosas favoritas.

      iv. Subraya las palabras o frases que describen el mundo que rodea a Alexandra.

 

Revisar: Con un compañero, comparta sus anotaciones y trabaje juntos en las preguntas de reflexión.

     v. Preguntas para la discusión en pareja (grabar o caminar por el aula durante este proceso)

          1. Describe a Alexandra o el mundo que ella experimentó mientras lees su historia.
          2. ¿Qué tienen en común todas las formas de narración actuales?
          3. ¿De qué manera se diferencian todas las distintas formas de narración?
          4. ¿Por qué es importante escuchar historias o perspectivas del mundo como la de Alexandra?
          5. ¿Qué pueden aprender las personas al escuchar varias formas de narración de historias? 

 

Tarea Opcional: 

  1. Asignar a los estudiantes la tarea de grabar una historia oral y tomar apuntes mientras se narra el cuento.
    i. El cuento trata del primer encuentro con sus padres o tutores. Los estudiantes entrevistarán a los padres o tutores sobre ese primer encuentro (nacimiento, adopción, etc.).

          a. Preguntas:
               i. ¿Cómo fue el período antes del encuentro?
               ii. ¿Cómo estaba el clima?
               iii. ¿Cómo te sentías?
               iv. ¿Cómo era yo?
               v. ¡Y más! Existen muchas preguntas para profundizar en la comprensión, y estas pueden ser específicas del curso, del contexto o incluso de la comunidad escolar.

 

Lista de recursos