Yuunitii 3ffa: Fayyinaa fi Fuuldura Ijaaruu – Sirna Gadaa
Yeroo Murta’e
- Kutaa barnootaa lama kessatti
Meeshaalee Barnootaa
- Green Card Voices – Viidiyo Mikyas Woldemichael
- Dabalee: Hojii Barattootaf
- Oromo Lesson Slides
Walitti Dhufeenya “7 Cs of Ethnic Studies” Wajjin
- Center: Sirna Gadaatiin beekumsa hawaasa Oromoo, jaarsolii, maatii, fi muuxannoo jireenyaa irratti xiyyeeffachuu.
- Conceptualize: Dargaggoota Oromoo fi Itoophiyaa keessattif abdii, fayyinaa, fuuldura, fi carraalee irratti yaadu
Qajeelfamoota:
Guyyaa 1ffa
Ignite (Kakaasuu):
Gaafii Jalqabaa: Nama akka geggeessaatti kabajdu tokko yaadi. Maaltu isaan geggeessaa gaarii taasisa? Himaa lama yookan sadii barreesii, yookan suura kaasi.. Barattoonni walitti haa’saaudhan, gaafii armaan gaditti kana haa deebisan:
- Galmaa yookaan abdii fuulduraf maal qabda?
Chunk 1 (Qindeessuu 1)
- Barreefamaa “Sirna Gadaan Maali?” barattootatti garsisii (Dabalee 1 ilaali).
- Barattoonnii sadarkaa Sirna Gadaa kudhanii fakkii yaada qindeessu irra haa guutan (Dabalee 2 ilaali).
Chunk 2 (Qindeessuu 2)
- Baratoonni Vidiyoo Mikyas Woldemichael haa laalan.
Gaafii Xumuraa
- Sadarkaa Sirna Gadaa ilaalaa. Sadarkaa kam kessaa jirta? Maqaa sadarkaa sun barresii, itti gaafatamummaa isa tokkoo barresii.
- Sadarkaa ___ kessan jira. Itti gaafatamummaa tokkoo sadarkaa kanarra ____.
Guyyaa 2ffa
Gaafii Jalqabaa:
Waa’ee seenaa Mikyas itti yaadaa. Kuubbaa miilaa fayyuu isa fii fuuldura ijaaruu akkamii isa gargaaree? Himaa tokkoo yookan lama waliin waan yaadattan viidiyoo irra barressaa.
Chew (Xiinxaluu)
- Viidiyoo ilaaluu booda, barattonnii gaafii armaan gaditti haa deebisan:
- Mikyas umrii isa sodomii lama ta’e. Gadaa kessaa sadarkaa kami jira? Geggeessumma akkami garsiisee?
- Mikyasif kuubbaa miila taphachuu waan barbaachisaa isaaf ture? Kuubaa miilaa faayyinaa fii carraa fuuldura hawaasa isaatif akkamiitti kennee?
- Sadarkaa 5, Raaba Doorii (umrii 32 irra – 40tti) yeroo itti ga’u keessanii, geggeessaa akkam ta’u barbaaddan?
Irra Deebi’u
- Barattoonnii gaafii armaan gaditti wal haa qoodan:
- Ijoollee akka umrii keeti Sirna Gadaa kessatti sadarkaa kam jiran?
- Umrii kanattii itti gaafatamummaa maal fakkata?
- Waan kun aadaa kee kessatti akkam tokkoo yookan adda ta’e?
Gaafii Xumuraa
- Sirna Gadaa irraa waan tokkoo waanan baradhe ___. Kun jireenya koo wajjin wal hidhamiinsa qaba, sababnii isaas___.
Deeggarsa Afaanii
- Mul’ata kennu (see slides/attachments).
- Meeshaalee yaada qindeessan kennuu
- Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
Jechootaa fii Hiikaa Isaanii
- Gadaa system: Sirna siyaasa fii mootummaa ummata Oromoof.
- Abba Gadaa: Geggeessaa filatame Sirna Gadaa kessaatti.
- Qondaala: Sadarkaa 4ffa Sirna Gadaa kessatti, umrii diigdamii afuur irra hanga sodomii lamatti. Dargaggonni kun tiksitoota hawaasaa ta’u. Isaani loluu, ispoortii fi daakuu ni leenjisan.
- Abba Duula: Ajajaa waraanaa Sirna Gadaa keessatti.
Tarree Maddalee Barnootaa
- Dirrib Damisse, 2007 Sirna Gadaa
- The Oromo and the Christian Kingdom of Ethiopia, 1300–1700 by Mohammed Hassen
- Partisan Discourse and Authentic History by Tabor Wami
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view
Yuunitii 2ffa: Dandamannaa fii Falmaa – Dandamannaa Aadaa Oromoo Kessatti
Yeroo Murtaa’e
- Kutaa barnootaa lama kessatti
Meeshaalee Barnootaa
- Green Card Entrepreneur Voices – Vidiyoo Tashitaa Tufaa
- Dabalee: Hojjii Barattootaf
- Isilaayidota Barnoota Oromoo
Walitti Dhufeenya “7 Cs of Ethnic Studies” Wajjin
- Center: Aadaa Oromoo keessaa wal gargaaruu irratti xiyyeeffachuun
Qajeelfamoota
Guyyaa 1ffa Gaafii Jalqabaa:
- Yeroo namni tokko oso ati hin gaafanne si gargaaree yaadi. Maal si godhe? Himaa lama yookan sadii barreesii yookan suura kaasi.
Ignite (Kakaasuu)
Gaafii lama kannen barattoota itti gaafadhu. Baratootan afaanii ka fedhaanitti deebii kennu ni danda’an. Suura kaasulee ni danda’an.
- Aadaa jechuu maali? Yoo barbaaddan, aadaa kutaa keenya kessa, mana barumsa keenya, yookan aadaa maatii kee yookan aadaa hawaasa kee yookan aadaa Amerikaa ibsu ni dandeettan.
- Dandamannaa jechuu maali? Barattoonni deebii isaani wal haa qoodan.
Barattoonnii deebii isaani wal haa qoodan
Chunk 1 (Qindeessuu 1)
- Barattootaf haala salphaatiin hiika aadaa fii dandamannaa itti kenni
- Barnoota aadaa Oromoo armaan gaditti dhiheessii
Aadaa Oromoo wal gargaaruu
- Jiga – Yeroo namni walitti dhufanii hojjii waliin wal gargaaruuf, akka nama tokko kophaa isaati hin rakkanneef, namni carraqqii isaani wal qoodaan.
- Xiyyeeffannaan itti gaafatamummaa wal qoodu irra.
- Qabo – Yeroo namni dafeeti nama jaallatan deeggaruu, gaafachuu malee.
- Xiyyeeffannaan hawaasni yeroo barbaachisa hundatti achitti argamudha
- Afoosha – Yeroo namni yeroo hundaattin wal deggaaruu, yero rakkina kessaa, malaqaa yookan qabeenya waliin wal gargaaruu.
- Xiyyeeffannaan deeggarsa maallaqaa fi hawaasummaa.
Chunk 2 (Qindeessuu 2)
Fakkeenyaa barata ka Itophiiya irra dhufee gara Amerikaattii kenni. Gaafii armaan gaditti gaafadhu:
- Barata kun kuta, hiriiyaa, yeroo taphaa fii yeroo laaqana akkamitti isaaf jabaata? (Deebiiwwan eegaman: rakkoo afaanii, kutaa yookan laaqana yookan boqoonaa akkatti deeman beekuu dhabuu, fii hiriiya arkachuu dhabuu.)
- Mana barumsaa keenya beekudhan, barattoota barata haaraa kun akkamitti isa simaatan? Barsiisaan fii mana barumsa isa akkam gargaaran?
- Aadaa Oromoo irra waan baraannee, deebii keenya aadaa sanaa wajjin tokko ta’aa, moo adda ta’a?
- Jiga: Barata haaraa kun kutaalee itti dhaquu, afaan Ingliifaa barachuu, fii maddaalee hawaasa maatii isaatif argachuu waliin eenyuu isa gargaara?
- Qabo: Mana barumsaa keenya barata kana yeroo ce’umsa isa kessaa isa gargaaru danda’a?
- Afoosha: Mana barumsaa keenya barata kun fii maatii isaaf ce’umsa biyya haaraa keessatti galuu akkamitti isa gargaara?
Gaafii Xumuraa
- Waa’ee Aadaa Oromoo waan baraannee har’a tokko irra (Jiga, Qabo, yookan Afoosha) armaan gaditti ibsi jechoota ofii keeti waliin.
Guyyaa 2ffa
Gaafii Jalqabaa: Seenaa Tashitaa itti yaadaa. Qormaataa tokkoo Ameerikaatti dhufuu isa irra ibsi. Aadaa Jiga, Qabo yookan Afooshaa akka isa gargaaru danda’ama himaa tokko yookan lama waliin ibsi.
Chew (Xinxaluu)
Vidiyoo kana ilaalaa: Seena Tashitaa Tufaa Barattoonni gaafii lamaan kana haa mari’ataan
- Tashitaa waa’ee aadaa Oromoo maal kaase?
- Osoo Afaan Ingilizii barachaa jiru, hojii adda adda hojjechuu fii daldala isa eegaluu, guddina aadaa Oromo kessa isaatii fayyadamuu akkamitti cichee?
- Gareewwan xixiqqoo kessatti yookan barataa tokkoo waliin, yoo sirna aadaa Oromoo yeroo inni Ameerikaatti ga’e giddu galeessa ta’ee jiratee, deeggarsa hawaasa isaaf maal akka fakkatu waraqaa hojjii kessa barreessaa. Yoo barbaachisaa ta’e, barreefama kun ilaali, “Why Is Oromo Culture Important?” (attachment/appendix 1).
Irra Deebi’u
- Barattoota aadaa Oromoo isaanif maal akka ta’e gabaabsanii haa ibsan. Qaamolee aada Oromoo sirna haqa, mana barumsaa fii hawaasa kessaa akkamitti fayyadamna?
- Baratoonnii maatii isaani akka aadaa Oromoo waliin tokkoo ta’e yookan hin taanee waa’ee itti gaafatamummmaa hawaasa isaani gaafadhu.
Gaafii Xumuraa
Waan aadaa Oromoo irra tokkoo ka hawaasa keetitti yookan mana barumsaa keetitti maal itti fiduu barbaadda?
Deeggarsa Afaanii
- Mul’ata kennu (see slides/attachments).
- Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
- Viidiyoof barreefama kennu
- Barrefamaa Tashitaa afaan baratootattin keenuu yoo barbaachisee
Jechootaa fi Hiika Isaanii
- Aadaa: Aadaan akkaataa jireenya namoonni fii waliin ta’an agarsiisa. Aadaan jirenya guyyaa guyyaa isaani ni qajeelcha. Aadaan qaamolee jireenya hedduu of kessaa qaba; mootummaa, amantii, duudha fi dinagdee ni jira.
- Dandamannaa: Yeroo rakkoon dhufu illee dandamatee itti fufuu fi abdii kutachuu dhiisu.
- Guuza/Jiga (JEE-guh): Yeroo namni walitti dhufanii hojjii waliin wal gargaaruuf, akka nama tokko kophaa isaati hin rakkanneef, namni carraqqii isaani wal qoodaan. Xiyyeeffannaan itti gaafatamummaa wal qoodu irra.
- Qabo (KAH-boh): Yeroo namni dafeeti nama jaallatan deeggaruu, gaafachuu malee. Xiyyeeffannaan hawaasni yeroo barbaachisa hundatti achitti argamudha
- Afoosha (ah-FOO-shah): Yeroo namni yeroo hundaattin wal deggaaruu, yero rakkina kessaa, malaqaa yookan qabeenya waliin wal gargaaruu. Xiyyeeffannaan deeggarsa maallaqaa fi hawaasummaa.
Tarree Maddalee Barnootaa
- Suuraa Oromoo https://docs.google.com/presentation/d/1K4aniJlR0OMvZZkDZT-LIHKTRxnoBA5Ah09EV0Tb758/edit
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view
Yuunitii 2ffa: Dandamannaa fii Falmaa – Dandamannaa Aadaa Oromoo fii Sirna Haqaa Kessatti
Yeroo Murtaa’e
- Kutaa barnootaa lama yookan tokko kessatti
Meeshaalee Barnootaa
- Green Card Entrepreneur Voices– Barrefamaa yookan Viidiyoo Tashitaa Tufa
- Dabalee: Hojjii Barattootaf
- Oromo Lesson Slides
Walitti Dhufeenya “7 Cs of Ethnic Studies” Wajjin
- Center: Aadaa Oromoo keessaa wal gargaaruu fi beekumsa Oromoo waa’ee haqaa fi araaraa irratti xiyyeeffachuu.
Qajeelfamoota
Ignite (Kakaasuu)
- Gaafii lama kannen barattoota itti gaafadhu. Baratootan afaanii ka fedhaanitti deebii kennu ni danda’an. Suura kaasuullee ni danda’an.
- Aadaa jechuu maali? Yoo barbaaddan, aadaa kutaa keenya kessa, mana barumsa keenya keessatti, yookan aadaa maatii kee yookan aadaa hawaasa kee yookan aadaa Amerikaa ibsu ni dandeettan.
- Haqaa jechuu maali? Yoo barbaaddan, kutaa keenya kessa, mana barumsa keenya, yookan maatii kee kessa yookan hawaasa kee kessaa walitti bu’iinsa hogga jiruu, yeroo sani haqaa akka sittu fakkatu ibsu ni dandeettan. What do you think justice means? If it helps, you can describe what justice looks like when there is a conflict in our classroom, our school, your family, your community, or our society.
- Barattoonnii deebii isaani wal haa qoodan
Chunk 1 (Qindeessuu 1)
- Hiika salphaa aadaa fi haqaa ibsi
- Barnoota aadaa Oromoo armaan gaditti dhiyesssi
Aadaa Oromoo wal gargaaruu
- Jiga – Yeroo namni walitti dhufanii hojjii waliin wal gargaaruuf, akka nama tokko kophaa isaati hin rakkanneef, namni carraqqii isaani wal qoodaan.
- Xiyyeeffannaan itti gaafatamummaa wal qoodu irra.
- Qabo – Yeroo namni dafeeti nama jaallatan deeggaruu, gaafachuu malee.
- Xiyyeeffannaan hawaasni yeroo barbaachisa hundatti achitti argamudha
- Afoosha – Yeroo namni yeroo hundaattin wal deggaaruu, yero rakkina kessaa, malaqaa ykn qabeenya waliin wal gargaaruu.
- Xiyyeeffannaan deeggarsa maallaqaa fi hawaasummaa.
Haqaa fii Araara Oromoo
- Jaarsumaa – Maanguddootaa kabajama hawaasa kessatii yeroo wal bu’iinsa jiru gama lamaan dhaggefachuudhan araara itti ga’uf namoonnii ni gargaara
- Xiyyeeffannaan isaa walitti dhufeenya cimsuu irratti, malee eenyu akka balleesse irratti miti
- Gumaa – Yeroo namni tokko yookaan maatiin isaa miidhaa geessisan irratti itti gaafatamummaa fudhatanii, waan sana sirreessuuf deeggarsa yookaan beenyaa kennani
- Xiyyeeffannaan isaa miidhaa sirreessuu irratti malee adabuu irratti miti.
- Araara Walitti bu’iinsa booda kara dhiifama gaafachuu fi dhiifama gochuutiin namoota wal fiduu
- Xiyyeeffannaan isaa nagaa fi fayyina argachuu
Chunk 2 (Qindeessuu 2)
Aadaa fii haqaa Amerikaa fii Aadaa fii haqaa Oromoo wal bira qabi.
- T-chartii itti garsisii (Dabalee 1 ilaali)
- Haalaa tokko walitti bu’iinsa barata lama jiddu yaadi. Miidhaa maal uumame? Haqaan maal fakkata? Hooggannaa mana barnoota rakkoo kana akkamitti hiika?
- Deebiin eegamu eenyu akka rakkoo jalqabe fi adabbiin maal akka ta’u irratti xiyyeeffata
Sirnaa haqaa Oromoodhan, walitti bu’iinsa kana akkamitti hiika?
- Jaarsumaa: Maanguddota kabajamaa walitti bu’iinsa kana ni furaan, gama lamaati dhaggeefachuudhan. Akkasumas, barata lameeni wal haasa’an.
- Barattoota gaafii kana itti gaafadhu: Gaafii maal gaafattan? Gama lameeni akka wal dhaga’an fii akka wal hubataan akkamitti goota?
- Gumaa: Miidhan tarkaanfii gaariitin ni sirreefamaa.
- Barattoota gaafii kana itti gaafadhu: Deggarsaa barata lameeni maal barbaadan? Walitti dhufeenyi isaanitti akkamitti deebian? Tokkoo tokkoon isaani walitti bu’iinsa kanaaf akkamitti itti gaafatamummaa fudhatan?
- Araara: Walitti bu’iinsa kana xumurudhan, hawaasni walitti deebi’an
- Kana gaafachuu ni dandeetta: Walitti bu’iinsa isaani booda nagaan maal fakkaata? Barattoonni kutaa keessaa yeroo barattoonni lamaan araaraan deebi’an, miira isaani maal fakkaata?
Chew (Xiinxaluu)
Seenaa Tashitaa Tufaa ilaaluu yookan dubbisuu ni dandettan. Yoo dubbistan, barruu keessatti bakka barbaachisaa mallatteessi gaafii armaan gadittif:
Barata waliin, gaafii armaan gaaditti kana barattonnii haa deebiian:
- Tashitaa waa’ee aadaa Oromoo maal kaase?
- Wal dhabbiinn yookan walitti bu’iinsa maal kaase?
- Osoo Afaan Ingilizii barachaa jiru, hojii adda adda hojjechuu fii daldala isa eegaluu, guddina aadaa Oromo kessa isaatii fayyadamuu akkamitti cichee?
Barattoonii hogga wal qoodu fixan, kana isaani wajjin qoodi: Seenaa Tashitaa mata duree kana walitti dhufeenya ni qaba, sababiin isaa inni godaanaa Oromoodha. Bara 1992 irra Miiniisoota kessaa galuu ture. Inni nama jabaatee hojjetuu fii hawasaa isa gargaaruudha. Aadaa Oromoo kessaa wal gargaaruu waan barbaachisaa akka ta’e hojii isaa kessattii ni argama. Ummata Oromoon, akkuma Tashitaati aadaa isaani kabajaadhan, duudhaatiin fii hawaasummaadhan ni agarsiisan.
Gareewwan xixiqqoo keessatti yookan hiriyaa wajjin, mata dureewwan kana kessaa tokko filachuun Tashitaaf haqaan maal fakkachuu danda’u irrati mari’adhaa. Sirna haqaa Oromoo silaa fayyadamee ta’e, muuxannoon Tashitaa akkamitti adda ta’a? Waraqaa “Aadaa Oromoo Maalif Barbaachisoo Ta’e?” (Dabalee 2) fii gaafiiwwan armaan gadittii itti fayyadamii.
- Barattoonnii waraqaa irra yookan karaa dijitaalaatiin qopheessuu ni danda’an. Muuxannoon Tashitaa akkamitti adda ta’uu agarsiisuu qaban.
Filannoo mata dureewwanii (tokko filadhuu) fii gaaffiiwwan:
Mata Duree 1: Mootummaa wajjin walii galuu dhabu
- Walii galuu dhabu yookan miidhaan maali ture?
- Jaarsummaa fi Gumaan maal fakkaachuu danda’u?
- Araarrii maal fakkachuu danda’u?
Mata Duree 2: Afaan Ingilizii Barachuu
- Gufuuwwaan Tashitaa maltu mudate?
- Namoonnii fi hawaasni Afaan Ingilizii akka baratu akkamitti isa gargaaruu danda’an?
- Haala kana keessatti, Jiga, Qaboo fi Afooshaan Tashitaaf maal fakkachuu danda’a?
Mata Duree 3: Hawaasa Haaraa Kessatti Makamuu
- Hawaasni hojii argachuu fi mana argachuu keessatti Tashitaa akkamitti gargaaruu danda’an?
- Deggarsi kami yeroo ce’umsa Tashitaa keessatti isa gargaaru danda’a?
- Haala kana keessatti Jiga, Qaboo fii Afooshaan Tashitaaf maal fakkachuu danda’a?
Irra Deebi’u
Barattoonnii gaafii armaan gaaditti walitti haasa’udhan ha deebiian:
- Amma haqaa jechuu anaaf maal jeechudha? Qaamolee aadaa Oromoo fii sirna haqaa kutaa barnootaa keenya, mana barumsaa keenya, fii hawaasa keenya kessattii akkamitti fayyadamuu dandeenya?
- Maatii koo yookan hawaasni aadaa koo haqaa akkamitti hiiku fi wal gargaaruu danda’a? Kun aadaa Oromoo wajjin wal fakkaataa moo addadha?
Deeggarsa Afaanii
- Mul’ata kennu (see slides/attachments).
- Jalqaboota himaa kennuu hojjii barreeffamaa fi ha’saauuf.
- Viidiyoof barreefama kennu
- Barrefamaa Tashitaa afaan baratootattin keenuu yoo barbaachisee
Jechootaa fi Hiika Isaanii
- Aadaa: Aadaan akkaataa jireenya namoonni fii waliin ta’an agarsiisa. Aadaan jirenya guyyaa guyyaa isaani ni qajeelcha. Aadaan qaamolee jireenya hedduu of kessaa qaba; mootummaa, amantii, duudha fi dinagdee ni jira.
- Dandamannaa: Yeroo rakkoon dhufu illee dandamatee itti fufuu fi abdii kutachuu dhiisu.
- Guuza/Jiga (JEE-guh): Yeroo namni walitti dhufanii hojjii waliin wal gargaaruuf, akka nama tokko kophaa isaati hin rakkanneef, namni carraqqii isaani wal qoodaan. Xiyyeeffannaan itti gaafatamummaa wal qoodu irra.
- Qabo (KAH-boh): Yeroo namni dafeeti nama jaallatan deeggaruu, gaafachuu malee. Xiyyeeffannaan hawaasni yeroo barbaachisa hundatti achitti argamudha
- Afoosha (ah-FOO-shah) Yeroo namni yeroo hundaattin wal deggaaruu, yero rakkina kessaa, malaqaa yookan qabeenya waliin wal gargaaruu. Xiyyeeffannaan deeggarsa maallaqaa fi hawaasummaa.
- Jaarsumaa (jar-SOOM-mah): Maanguddootaa kabajamaa hawaasa kessatii yeroo wal bu’iinsa jiru gama lamaan dhaggefachuudhan araara itti ga’uf namoonnii ni gargaara. Xiyyeeffannaan isaa walitti dhufeenya cimsuu irratti, malee eenyu akka balleesse irratti miti
- Gumaa (GOO-mah): Yeroo namni tokko yookaan maatiin isaa miidhaa geessisan irratti itti gaafatamummaa fudhatanii, waan sana sirreessuuf deeggarsa yookaan beenyaa kennani. Xiyyeeffannaan isaa miidhaa sirreessuu irratti malee adabuu irratti miti.
- Araara (ah-RAH-rah): Walitti bu’iinsa booda kara dhiifama gaafachuu fi dhiifama gochuutiin namoota wal fiduu. Xiyyeeffannaan isaa nagaa fi fayyina argachuu
Tarree Maddalee Barnootaa
- Wa’ee qabsoo Oromoo
- Human Rights in Ethiopia: Through the Eyes of the Oromo Diaspora www.theadvocatesforhumanrights.org/Res/oromo_report_2009_color_2%202.pdf
- “Ethiopia” (Global Centre for the Responsibility to Protect) www.globalr2p.org/countries/ethiopia
- Wa’ee Sirna Gadaa biyya Itophiiyaa keessatti
- “Building peace by peaceful approach. The Role of Oromo Gadaa system in peace-building” https://doi.org/10.1080/23311886.2021.2023254
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view
Unit 3: Healing and Future Building – The Gadaa System of Oromo Governance
Time Frame
- 1–2 class periods
Materials
- Green Card Voices – Mikyas Woldemichael’s video
- Appendix: Student Handouts
- Oromo Lesson Slides
Connections to the 7 Cs of Ethnic Studies
- Center: centering knowledge from Oromo community, elders, families, and lived experiences through the Gadaa system
- Conceptualize: visioning, futurisms, world-building, hope, healing, and collective possibilities for Oromo/Ethiopian youth
Instruction (ICCR)
Ignite
Have students Turn and Talk with a partner, answering the question below:
- What is a goal or hope that you have for the future?
Chunk 1
- Introduce “What Is the Gadaa System?” to students and review (see attachment/appendix 1).
- Have students complete the Venn Diagram graphic organizer (see attachment/appendix 2).
Chunk 2
- Have students watch Mikyas Woldemichael’s video.
Chew
- After watching the video, have students complete a short writing prompt answering the following questions:
- What were some challenges for Mikyas when he arrived in the US?
- What was a turning point for Mikyas that led him to give back to his community?
- Do you think soccer provided healing and future opportunities for Mikyas’s community?
- What stage in the Gadaa system do you think Mikyas best represented as he was giving back to his community? Why?
Review
- Have students pair-share the following questions:
- What are some responsibilities for students your age in the Gadaa system?
- How is this approach similar to or different from your own responsibilities and expectations in your own culture and family?
Multilingual and ELL Support
- Provide visuals (see slides/attachments).
- Provide graphic organizers as student handouts.
- Provide sentence stems for written work and verbal share-outs / small group discussions.
Vocabulary and Definitions
- Gadaa system: traditional political and governance system of the Oromo people
- Abba Gadaa: the elected leader of the Oromo Gadaa system
- Qondaala: the fourth stage of the Oromo Gadaa system (ages twenty-four to thirty-two), in which young adults serve as warriors and protectors of the community through rigorous training in combat, sports, and swimming
- Abba Duula: the father of war / commander in the Oromo Gadaa system
Resource List
- Dirrib Damisse, 2007 Sirna Gadaa
- The Oromo and the Christian Kingdom of Ethiopia, 1300–1700 by Mohammed Hassen
- Partisan Discourse and Authentic History by Tabor Wami
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view
Unit 2: Resilience and Resistance – Resilience in the Oromo Culture and Justice System
Time Frame
- 1–2 class periods
Materials
- Green Card Entrepreneur Voices– Tashitaa Tufaa’s story or video
- Appendix: Student Handouts
- Oromo Lesson Slides
Connection to the 7 Cs of Ethnic Studies
- Center: centering Oromo indigenous culture of helping each other and the Oromo knowledge system of justice and reconciliation
Instruction (ICCR)
Ignite
- Ask students the following questions. (Students can answer in English or a heritage language. They can also draw their answer, if they’d like.)
- What do you think culture means? If it helps, you can describe our classroom culture, our school culture, your family or community’s culture, our culture in America, etc.
- What do you think justice means? If it helps, you can describe what justice looks like when there is a conflict in our classroom, our school, your family, your community, or our society.
- Have students share their answers.
Chunk 1
- Give a student-friendly definition of culture and justice.
- Provide the lesson on Oromo culture below.
The Oromo Culture of Helping Each Other
- Jiga is when people come together to help each other with work. Everyone shares the effort so no one has to do it alone.
- The focus is on teamwork and shared responsibility.
- Qabo is when people quickly show up to help someone they care about who is in trouble, without needing to be asked.
- The focus is on community being there whenever it’s needed.
- Afoosha is when a group of people regularly support each other, especially during emergencies, by sharing money or resources.
- The focus is on financial and social support.
Oromo Justice and Reconciliation
- Jaarsumaa is when respected elders in the community help solve problems by listening to both sides and helping people make peace.
- The focus is on the relationship, not blame.
- Gumaa is when someone or their family takes responsibility for harm they caused, and gives something back (like support or compensation) to make things right.
- The focus is on repairing the harm, not punishing.
- Araara is a way of bringing people back together after conflict through apology, forgiveness, and community healing.
- The focus is on finding peace and healing, which is what matters most.
Chunk 2
Compare American and Oromo culture and justice.
- Show the T-chart (see attachment/appendix 1).
- Give a scenario of a conflict between two students in your school. What harm was caused? What would justice look like? How would the principal handle it?
- Expected answers would be that our schools traditionally focus on who started the fight (highlighting who is “guilty”) and a punishment system (referral, detention, suspension).
- Now, given our lesson on the Oromo justice system, how do you think this same conflict would be handled in the Oromo culture?
- Jaarsumaa: Respected elders would mediate the conflict and listen to both sides. The two students would talk it out.
- You can ask students: What questions would you ask? How would you help both sides be heard and understood?
- Gumaa: Harm would be repaired through positive action (providing support, taking responsibility, restoring balance).
- You can ask students: What support would be needed for both students? How can their relationship be restored going back in the classroom? How can each person take responsibility for the conflict that feels productive for all?
- Araara: The conflict settled, the community would come back together.
- You can ask: What would peace look like afterward for the two in conflict? How would students in the class feel when the two students return after mediation?
- Jaarsumaa: Respected elders would mediate the conflict and listen to both sides. The two students would talk it out.
Chew
- Watch or read Tashitaa Tufaa’s story or video. If reading, highlight/annotate the parts where you can find the answers to the Turn and Talk prompts.
- Turn and Talk, sharing with a partner:
- What Oromo culture did Tashitaa mention?
- What disagreements or conflicts did he mention?
- How did he use his Oromo cultural upbringing to persevere when he was learning English, working multiple jobs, and starting his own business?
- At the end of partner sharing, share with the students: Tashitaa’s story connects to this topic because he is an Oromo immigrant who has lived in Minnesota since 1992. He is a hardworking and community-oriented person who supports his community financially and socially. As an educated entrepreneur, he demonstrates strong commitment to his cultural values, especially the Oromo tradition of helping one another. Helping each other is a core part of Oromo culture, and Tashitaa lives out this value in his daily life. Oromo people value their culture by practicing it through tradition, respect, and community cooperation, just as Tashitaa does.
- In small groups or with a partner, have students take on one of these topics to design what justice could have looked like for Tashitaa. If the Oromo justice system had been used, how would Tashitaa’s experience have been different? Refer to the handout “Why Is Oromo Culture Important?” (attachment/appendix 2) and the prompts below.
- Students can craft their response on paper or digitally, being creative as they visually show how Tashitaa’s experience would be different.
Topic options (choose one) and prompts:
- Topic 1: Disagreeing with the government
-
- What disagreement or harm was taking place?
- What could Jarsuumaa (talking it out) and Gumaa (restoring relationship) have looked like?
- What could Araara (peace) have looked like?
- Topic 2: Learning the English language
-
- What barriers did Tashitaa face?
- How could people and the community have helped him learn English?
- What could Jiga, Qabo, and Afoosha have looked like for Tashitaa in this circumstance?
- Topic 3: Integrating into a new community
-
- How could the community have helped Tashitaa address job and housing access?
- What support systems could have better helped Tashitaa in his transition?
- What could Jiga, Qabo, and Afoosha have looked like for Tashitaa in this situation?
Review
- Have students pair-share the following questions:
- What does justice mean to me now? How could we use aspects of Oromo culture and justice systems in our classrooms, schools, and society?
- How do my family or my cultural community handle justice and help one another? Is it the same or different from the Oromo culture?
Multilingual and ELL Support
- Provide visuals (see slides/attachments).
- Provide sentence stems for written work and verbal share-outs / small group discussions.
- Provide the chunked parts in the reading ahead of time so students don’t have to find it.
Vocabulary and Definitions
- Culture: A reflection of how people live and exist as a community or nation. Culture includes many parts of life, such as politics (how people are governed), religion (belief systems), traditions (customs and practices), and the economy (how people work and support themselves).
- Resilience: The ability to keep going and not give up when things get hard.
- Guuza/Jiga (JEE-guh): When people come together to help each other with work. Everyone shares the effort, so no one has to do it alone. The focus is on teamwork and shared responsibility.
- Qabo (KAH-boh): When people quickly show up to help someone they care about who is in trouble, without needing to be asked. The focus is on the community being there whenever you need it.
- Afoosha (ah-FOO-shah) When a group of people regularly support each other, especially during emergencies, by sharing money or resources. The focus is on financial and social support.
- Jaarsumaa (jar-SOOM-mah): When respected elders in the community help solve problems by listening to both sides and helping people make peace. The focus is on the relationship, not blame.
- Gumaa (GOO-mah): When someone or their family takes responsibility for harm they caused and give something back (like support or compensation) to make things right. The focus is on repairing the harm, not punishment.
- Araara (ah-RAH-rah): A way of bringing people back together after conflict through apology, forgiveness, and community healing. The focus is on finding peace and healing, which is what matters most.
Resource List
- More about Oromo conflict
- Human Rights in Ethiopia: Through the Eyes of the Oromo Diaspora www.theadvocatesforhumanrights.org/Res/oromo_report_2009_color_2%202.pdf
- “Ethiopia” (Global Centre for the Responsibility to Protect) www.globalr2p.org/countries/ethiopia
- More about the Gadaa system in Ethiopia
- “Building peace by peaceful approach. The Role of Oromo Gadaa system in peace-building” https://doi.org/10.1080/23311886.2021.2023254
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view
Unit 2 Resilience and Resistance – Resilience in the Oromo Culture
Time Frame
- 2 class periods
Materials
- Green Card Entrepreneur Voices – Tashitaa Tufaa’s video
- Appendix: Student Handouts
- Oromo lesson slides
Connection to the 7 Cs of Ethnic Studies
- Center: centering the Oromo indigenous culture of helping each other
Instruction (ICCR)
Day 1 Warm-Up Question
- Think about a time someone helped you without you asking. What did they do? How did it make you feel? Write two to three sentences or draw a picture.
Ignite
- Ask students the following questions. (Students can answer in English or a heritage language. They can also draw their answer, if they’d like.)
- What do you think culture means? If it helps, you can describe our classroom culture, our school culture, your family or community’s culture, our culture in America, etc.
- What do you think resilience means?
- Have students share their answers.
Chunk 1
- Give a student-friendly definition of culture and resilience.
- Provide the lesson on Oromo culture below.
The Oromo Culture of Helping Each Other
- Jiga is when people come together to help each other with work. Everyone shares the effort so no one has to do it alone.
- The focus is on teamwork and shared responsibility.
- Qabo is when people quickly show up to help someone they care about who is in trouble, without needing to be asked.
- The focus is on community being there whenever it’s needed.
- Afoosha is when a group of people regularly support each other, especially during emergencies, by sharing money or resources.
- The focus is on financial and social support.
Chunk 2
- Give a scenario of a student at school who recently traveled from Ethiopia to the US. Ask the following questions:
- What challenges do you think this student would have with class, lunch, friends, and recess? (Expected answers include the language barrier, not knowing where to go for class/lunch/recess, and difficulty making friends.)
- Knowing what our school is like, how do you think students would react to their new classmate? What kind of help do you think the teacher and school would provide?
- Given our lesson on Oromo culture, would our response be the same as that culture’s, or different?
- Jiga: Who would be responsible for helping the new student get to classes? Learn English? Get resources for the family?
- Qabo: Do you think our school is ready to help this student in their time of transition?
- Afoosha: What role can our school play in providing this student and their family with resources and support to help them transition to a new country?
Exit Ticket
- Name one of the three Oromo cultural values we learned today (Jiga, Qabo, or Afoosha) and explain what it means in your own words.
- The value I remember is ___. It means ___.
Day 2 Warm-Up Question
- Think about Tashitaa’s story. What is one challenge he faced when he arrived in the USA? How do you think the Oromo cultural values could have helped him? Write one to two sentences.
Chew
- Watch Tashitaa Tufaa’s video
- Turn and Talk, sharing with a partner:
- What Oromo culture did Tashitaa mention?
- How did he use his Oromo cultural upbringing to persevere when he was learning English, working multiple jobs, and starting his own business?
- In small groups or with a partner, fill out the Student Worksheet (see attachment/appendix 2) with suggestions for what community help could have looked like for Tashitaa if the Oromo cultural system had been centered when he arrived in the USA. Refer to the slides from this lesson. If needed, you can refer to the handout “Why Is Oromo Culture Important?” (attachment/appendix 1).
Review
- Have students summarize what the Oromo culture means to them. How could we use aspects of Oromo culture and justice systems in our classrooms, schools, and society?
- Ask students how their family is the same or different from the Oromo culture when it comes to responsibility for caring about the needs of others.
Exit Ticket
- One Oromo cultural value I want to bring into my school or community is ___ because ___.
Multilingual and ELL Support
- Provide visuals (see slides/attachments).
- Provide sentence stems for written work and verbal share-outs / small group discussions.
- Provide captions for the video.
- Provide Tashitaa’s text in students’ home language, if needed.
Vocabulary and Definitions
- Culture: A reflection of how people live and exist as a community or nation. Culture includes many parts of life, such as politics (how people are governed), religion (belief systems), traditions (customs and practices), and the economy (how people work and support themselves).
- Resilience: The ability to keep going and not give up when things get hard.
- Guuza/Jiga (JEE-guh): When people come together to help each other with work. Everyone shares the effort, so no one has to do it alone. The focus is on teamwork and shared responsibility.
- Qabo (KAH-boh): When people quickly show up to help someone they care about who is in trouble, without needing to be asked. The focus is on the community being there whenever you need it.
- Afoosha (ah-FOO-shah): When a group of people regularly support each other, especially during emergencies, by sharing money or resources. The focus is on financial and social support.
Resource List
- Oromo images https://docs.google.com/presentation/d/1K4aniJlR0OMvZZkDZT-LIHKTRxnoBA5Ah09EV0Tb758/edit
- Liberated Ethnic Studies Model Curriculum Values and Principles (7 Cs) https://drive.google.com/file/d/1cGOs7rsY9wT2qI-yIQh5dye8snRjGYxr/view